Nuh · 1/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Nuh
إِنَّا أَرْسَلْنَا نُوحًا إِلَىٰ قَوْمِهِ أَنْ أَنذِرْ قَوْمَكَ مِن قَبْلِ أَن يَأْتِيَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ ۝١
Innaaa arsalnaa Noohan ilaa qawmihee an anzir qawmaka min qabli any yaatiyahum `azaabun aleem
📖 Afaan Oromoon
Nuti "odoo adabbiin laalessaan isaanitti hin dhufin dura ummata kee sodaachisi" jechuun Nuuhiin gara ummata isaatti ergineerra
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-3 — Nuh

1إِنَّا أَرْسَلْنَا نُوحًا إِلَىٰ قَوْمِهِ أَنْ أَنذِرْ قَوْمَكَ مِن قَبْلِ أَن يَأْتِيَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Nuti "odoo adabbiin laalessaan isaanitti hin dhufin dura ummata kee sodaachisi" jechuun Nuuhiin gara ummata isaatti ergineerra
2قَالَ يَا قَوْمِ إِنِّي لَكُمْ نَذِيرٌ مُّبِينٌ
(Nuuhis) ni jedhe: "yaa ummata kiyya! Ani isiniif akeekkachiisaa ifa bahaadha
3أَنِ اعْبُدُوا اللَّهَ وَاتَّقُوهُ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin gabbaraa; Isa sodaadhaa; anaafis ajajamaa" jechuun
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Nuh 1

Suuratu Nuh Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti "odoo adabbiin laalessaan isaanitti hin dhufin dura ummata kee…

Suuratu Aayah 1/28 — Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Nuh Caqasi, Nuh Hiikkaa, Nuh mp3, Nuh pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers