Al-Jinn · 28/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Jinn
لِّيَعْلَمَ أَن قَدْ أَبْلَغُوا رِسَالَاتِ رَبِّهِمْ وَأَحَاطَ بِمَا لَدَيْهِمْ وَأَحْصَىٰ كُلَّ شَيْءٍ عَدَدًا ۝٢٨
Liya`lama an qad ablaghoo risaalaati rabbihim wa ahaata bima ladihim wa ahsaa kulla shai`in `adadaa
📖 Afaan Oromoon
Haaluma waan isaan bira jiru hundatti marseefi waan hundaayyuu lakkoofsaan walitti qabee jiruun ‘ergaawwan Gooftaa isaanii dhugumatti bakkaan gauu isaanii’ akka ifa baasuuf (eegdota kaae)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 26-28 — Suuratu Al-Jinn

26عَالِمُ الْغَيْبِ فَلَا يُظْهِرُ عَلَىٰ غَيْبِهِ أَحَدًا
(Rabbiin) Beekaa fagooti; fagoo Isaa irratti nama tokkollee hin mulisu
27إِلَّا مَنِ ارْتَضَىٰ مِن رَّسُولٍ فَإِنَّهُ يَسْلُكُ مِن بَيْنِ يَدَيْهِ وَمِنْ خَلْفِهِ رَصَدًا
Ergamaa irraa nama jaalate malee (kan biraatti hin mulisu)Inni fuuldura isaatiifi duuba isaatiin eegdota (malaykota) seensisa
28لِّيَعْلَمَ أَن قَدْ أَبْلَغُوا رِسَالَاتِ رَبِّهِمْ وَأَحَاطَ بِمَا لَدَيْهِمْ وَأَحْصَىٰ كُلَّ شَيْءٍ عَدَدًا
Haaluma waan isaan bira jiru hundatti marseefi waan hundaayyuu lakkoofsaan walitti qabee jiruun ‘ergaawwan Gooftaa isaanii dhugumatti bakkaan gauu isaanii’ akka ifa baasuuf (eegdota kaae)
Al-JinnTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Al-Jinn 28

Suuratu Al-Jinn Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haaluma waan isaan bira jiru hundatti marseefi waan hundaayyuu lakkoofsaan…

Suuratu Aayah 28/28 — Suuratu Al-Jinn الجن (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Jinn Caqasi, Suuratu Al-Jinn Hiikkaa, Suuratu Al-Jinn mp3, Suuratu Al-Jinn pdf. Aayah 26–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers