At-Tawbah · 12/129
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tawbah
وَإِن نَّكَثُوا أَيْمَانَهُم مِّن بَعْدِ عَهْدِهِمْ وَطَعَنُوا فِي دِينِكُمْ فَقَاتِلُوا أَئِمَّةَ الْكُفْرِ ۙ إِنَّهُمْ لَا أَيْمَانَ لَهُمْ لَعَلَّهُمْ يَنتَهُونَ ١٢
Transliteration
Wa in nakasooo aimaanahum mim ba`di `ahdihim wa ta`anoo fee deenikum faqaatilooo a`immatal kufri innahum laaa aimaana lahum la`allahum yantahoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Yoo erga waadaa seenanii booda waadaa isaanii diiganii amantii keessan xureessan, isaan waadaan isaaniif hin jiruu, akka dhorgamaniif hoggantoota kufriitin lolaa
🎧 Caqasi
📜 Aayah 10-14 — At-Tawbah
10لَا يَرْقُبُونَ فِي مُؤْمِنٍ إِلًّا وَلَا ذِمَّةً ۚ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُعْتَدُونَ
Mu’umina keessatti, firummaas ta’ee waadaa hin eeggatanuWarri sun isaanumatu daangaa dabritoota
11فَإِن تَابُوا وَأَقَامُوا الصَّلَاةَ وَآتَوُا الزَّكَاةَ فَإِخْوَانُكُمْ فِي الدِّينِ ۗ وَنُفَصِّلُ الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَعْلَمُونَ
Yoo tawbatanii, salaatas gadi dhaabanii, zakaa kennan (isaan) amantii keessatti obboleeyyan keessaniUmmata xiinxalaniif keeyyattoota keenya ni addeessina
12وَإِن نَّكَثُوا أَيْمَانَهُم مِّن بَعْدِ عَهْدِهِمْ وَطَعَنُوا فِي دِينِكُمْ فَقَاتِلُوا أَئِمَّةَ الْكُفْرِ ۙ إِنَّهُمْ لَا أَيْمَانَ لَهُمْ لَعَلَّهُمْ يَنتَهُونَ
Yoo erga waadaa seenanii booda waadaa isaanii diiganii amantii keessan xureessan, isaan waadaan isaaniif hin jiruu, akka dhorgamaniif hoggantoota kufriitin lolaa
13أَلَا تُقَاتِلُونَ قَوْمًا نَّكَثُوا أَيْمَانَهُمْ وَهَمُّوا بِإِخْرَاجِ الرَّسُولِ وَهُم بَدَءُوكُمْ أَوَّلَ مَرَّةٍ ۚ أَتَخْشَوْنَهُمْ ۚ فَاللَّهُ أَحَقُّ أَن تَخْشَوْهُ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ
Sila ummata waadaa isaanii diiganii, ergamaa (Rabbii) biyya irraa baasuuf barbaadan, isaan dursanii kan isin (miidhuu) jalqaban odoo ta’anii jiranuu maaliif isaaniin hin lolle? Sila isaan sodaattuu? Yoo mu’uminoota taatan Rabbitu Isa sodaachuu irra haqa godhata
14قَاتِلُوهُمْ يُعَذِّبْهُمُ اللَّهُ بِأَيْدِيكُمْ وَيُخْزِهِمْ وَيَنصُرْكُمْ عَلَيْهِمْ وَيَشْفِ صُدُورَ قَوْمٍ مُّؤْمِنِينَ
Isaaniin lolaaRabbiin harka keessaniin isaan adaba; isaan salphisas; isaan irratti isin tumsas; qalbii warra mu’uminootaas ni fayyisa
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
12Aayah
Hiikkaa — At-Tawbah 12
Suuratu At-Tawbah Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo erga waadaa seenanii booda waadaa isaanii diiganii amantii keessan…Suuratu Aayah 12/129 — At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tawbah Caqasi, At-Tawbah Hiikkaa, At-Tawbah mp3, At-Tawbah pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







