At-Tawbah · 128/129
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tawbah
لَقَدْ جَاءَكُمْ رَسُولٌ مِّنْ أَنفُسِكُمْ عَزِيزٌ عَلَيْهِ مَا عَنِتُّمْ حَرِيصٌ عَلَيْكُم بِالْمُؤْمِنِينَ رَءُوفٌ رَّحِيمٌ ١٢٨
Transliteration
Laqad jaaa`akum Rasoolum min anfusikum `azeezun `alaihi maa `anittum hareesun `alaikum bilmu`mineena ra`oofur raheem
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, ergamaan isin irraa ta’e, kan rakkinni keessan isa irratti jabaatu, kan isiniif (akka amantanuuf) bololu, mu’uminootaaf immoo mararfataa, rahmata godhaa ta’e isinitti dhufeera
🎧 Caqasi
📜 Aayah 126-129 — Suuratu At-Tawbah
126أَوَلَا يَرَوْنَ أَنَّهُمْ يُفْتَنُونَ فِي كُلِّ عَامٍ مَّرَّةً أَوْ مَرَّتَيْنِ ثُمَّ لَا يَتُوبُونَ وَلَا هُمْ يَذَّكَّرُونَ
Sila isaan waggaa hunda keessa yeroo tokko yookiin yeroo lama mokkoramuu isaanii hin arganuu? Ergasiis hin tawbatanii? Isaanis hin gorfamanuu
127وَإِذَا مَا أُنزِلَتْ سُورَةٌ نَّظَرَ بَعْضُهُمْ إِلَىٰ بَعْضٍ هَلْ يَرَاكُم مِّنْ أَحَدٍ ثُمَّ انصَرَفُوا ۚ صَرَفَ اللَّهُ قُلُوبَهُم بِأَنَّهُمْ قَوْمٌ لَّا يَفْقَهُونَ
Yeroo suuraan (isaan saaxiltu) tokko buufamte “namni tokko sila isin argaa jiraa?” jedhaa gariin isaanii gara garii ilaalaSana booda garagalanii deemuWaan isaan ummata hubannoo hin qabne ta’aniif Rabbiin onnee isaanii gara galche
128لَقَدْ جَاءَكُمْ رَسُولٌ مِّنْ أَنفُسِكُمْ عَزِيزٌ عَلَيْهِ مَا عَنِتُّمْ حَرِيصٌ عَلَيْكُم بِالْمُؤْمِنِينَ رَءُوفٌ رَّحِيمٌ
Dhugumatti, ergamaan isin irraa ta’e, kan rakkinni keessan isa irratti jabaatu, kan isiniif (akka amantanuuf) bololu, mu’uminootaaf immoo mararfataa, rahmata godhaa ta’e isinitti dhufeera
129فَإِن تَوَلَّوْا فَقُلْ حَسْبِيَ اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ عَلَيْهِ تَوَكَّلْتُ ۖ وَهُوَ رَبُّ الْعَرْشِ الْعَظِيمِ
Yoo isaan (sirraa) garagalan, “Rabbiin naaf gahaadhaIsa malee haqaan Gabbaramaan hin jiruIsa qofa irrattin irkadhe; Innis Gooftaa arshii guddaati” jedhi
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
128Aayah
Hiikkaa — At-Tawbah 128
Suuratu At-Tawbah Aayah 128 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, ergamaan isin irraa ta’e, kan rakkinni keessan isa irratti…Suuratu Aayah 128/129 — Suuratu At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tawbah Caqasi, Suuratu At-Tawbah Hiikkaa, Suuratu At-Tawbah mp3, Suuratu At-Tawbah pdf. Aayah 126–129. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Monday, September 7, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







