At-Tawbah · 49/129
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tawbah
وَمِنْهُم مَّن يَقُولُ ائْذَن لِّي وَلَا تَفْتِنِّي ۚ أَلَا فِي الْفِتْنَةِ سَقَطُوا ۗ وَإِنَّ جَهَنَّمَ لَمُحِيطَةٌ بِالْكَافِرِينَ ۝٤٩
Wa minhum mai yaqoolu` zal lee wa laa taftinneee; alaa fil fitnati saqatoo; wa inna Jahannama lamuheetatum bil kaafireen
📖 Afaan Oromoon
Isaan irraa nama “(hafuuf) naaf hayyami; nas hin qormaatin” jedhuutu jiraDhagayaa! (isaan) qormaata keessatti kufaniiruDhugumatti Jahannam kaafirootatti marsituudha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 47-51 — At-Tawbah

47لَوْ خَرَجُوا فِيكُم مَّا زَادُوكُمْ إِلَّا خَبَالًا وَلَأَوْضَعُوا خِلَالَكُمْ يَبْغُونَكُمُ الْفِتْنَةَ وَفِيكُمْ سَمَّاعُونَ لَهُمْ ۗ وَاللَّهُ عَلِيمٌ بِالظَّالِمِينَ
Odoma isinii waliin ba’aniiyyuu badii malee homaa isiniif hin dabalanuRakkoo kan isinitti barbaadan ta’anii, jeequmsaan gidduu keessan fiigu turanIsin keessas namoota isaaniif dhaggeeffatantu jiruRabbiin miidhaa hojjattoota ni beeka
48لَقَدِ ابْتَغَوُا الْفِتْنَةَ مِن قَبْلُ وَقَلَّبُوا لَكَ الْأُمُورَ حَتَّىٰ جَاءَ الْحَقُّ وَظَهَرَ أَمْرُ اللَّهِ وَهُمْ كَارِهُونَ
Dhugumatti, odoma isaan jibbanuu hanga dhugaan dhufee murtiin Rabbii ifa ba’utti isaan duraanis rakkoo barbaadanii dhimmoota siif gara gaggalchanii turan
49وَمِنْهُم مَّن يَقُولُ ائْذَن لِّي وَلَا تَفْتِنِّي ۚ أَلَا فِي الْفِتْنَةِ سَقَطُوا ۗ وَإِنَّ جَهَنَّمَ لَمُحِيطَةٌ بِالْكَافِرِينَ
Isaan irraa nama “(hafuuf) naaf hayyami; nas hin qormaatin” jedhuutu jiraDhagayaa! (isaan) qormaata keessatti kufaniiruDhugumatti Jahannam kaafirootatti marsituudha
50إِن تُصِبْكَ حَسَنَةٌ تَسُؤْهُمْ ۖ وَإِن تُصِبْكَ مُصِيبَةٌ يَقُولُوا قَدْ أَخَذْنَا أَمْرَنَا مِن قَبْلُ وَيَتَوَلَّوا وَّهُمْ فَرِحُونَ
Yoo toltuun wahii si mudatte, isaan gaddisiiftiYoo balaan wahii si mudatte immoo “nuti dursinee of eeggannoo keenya qabannee jirra” jedhan; kan gammadan ta’anii duuba deebi’u
51قُل لَّن يُصِيبَنَا إِلَّا مَا كَتَبَ اللَّهُ لَنَا هُوَ مَوْلَانَا ۚ وَعَلَى اللَّهِ فَلْيَتَوَكَّلِ الْمُؤْمِنُونَ
“Waan Rabbiin nuuf barreesse malee homaa nu hin mudatuInni tiksaa keenya” jedhiMu’uminoonni Rabbuma (qofa) irratti haa hirkatan
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 49

Suuratu At-Tawbah Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan irraa nama “(hafuuf) naaf hayyami; nas hin qormaatin” jedhuutu…

Suuratu Aayah 49/129 — At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tawbah Caqasi, At-Tawbah Hiikkaa, At-Tawbah mp3, At-Tawbah pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers