Al-'Alaq · 2/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-'Alaq
خَلَقَ الْإِنسَانَ مِنْ عَلَقٍ ۝٢
Khalaqal insaana min `alaq
📖 Afaan Oromoon
(Isa) nama dhiiga ititaa irraa uume

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Al-'Alaq

1اقْرَأْ بِاسْمِ رَبِّكَ الَّذِي خَلَقَ
Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi
2خَلَقَ الْإِنسَانَ مِنْ عَلَقٍ
(Isa) nama dhiiga ititaa irraa uume
3اقْرَأْ وَرَبُّكَ الْأَكْرَمُ
Haala Gooftaan kee hunda irra arjaa ta’een qarai
4الَّذِي عَلَّمَ بِالْقَلَمِ
Isa qalamaan (barreessuu) barsiise sani
Al-'AlaqTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-'Alaq 2

Suuratu Al-'Alaq Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isa) nama dhiiga ititaa irraa uume

Suuratu Aayah 2/19 — Suuratu Al-'Alaq العلق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-'Alaq Caqasi, Suuratu Al-'Alaq Hiikkaa, Suuratu Al-'Alaq mp3, Suuratu Al-'Alaq pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers