Al-'Alaq · 1/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-'Alaq
اقْرَأْ بِاسْمِ رَبِّكَ الَّذِي خَلَقَ ۝١
Iqra bismi rab bikal lazee khalaq
📖 Afaan Oromoon
Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-'Alaq

1اقْرَأْ بِاسْمِ رَبِّكَ الَّذِي خَلَقَ
Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi
2خَلَقَ الْإِنسَانَ مِنْ عَلَقٍ
(Isa) nama dhiiga ititaa irraa uume
3اقْرَأْ وَرَبُّكَ الْأَكْرَمُ
Haala Gooftaan kee hunda irra arjaa ta’een qarai
Al-'AlaqTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-'Alaq 1

Suuratu Al-'Alaq Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi

Suuratu Aayah 1/19 — Suuratu Al-'Alaq العلق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-'Alaq Caqasi, Suuratu Al-'Alaq Hiikkaa, Suuratu Al-'Alaq mp3, Suuratu Al-'Alaq pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers