Al-Bayyinah · 1/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Bayyinah
لَمْ يَكُنِ الَّذِينَ كَفَرُوا مِنْ أَهْلِ الْكِتَابِ وَالْمُشْرِكِينَ مُنفَكِّينَ حَتَّىٰ تَأْتِيَهُمُ الْبَيِّنَةُ ۝١
Lam ya kunil lazeena kafaru min ahlil kitaabi wal mushri keena mun fak keena hattaa ta-tiya humul bayyinah
📖 Afaan Oromoon
Warri abbootii kitaabaafi mushrikoota irraa kafaran odoo ragaan isaanitti hin dhufin kan dhiifamanu[] hin taane
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-3 — Al-Bayyinah

1لَمْ يَكُنِ الَّذِينَ كَفَرُوا مِنْ أَهْلِ الْكِتَابِ وَالْمُشْرِكِينَ مُنفَكِّينَ حَتَّىٰ تَأْتِيَهُمُ الْبَيِّنَةُ
Warri abbootii kitaabaafi mushrikoota irraa kafaran odoo ragaan isaanitti hin dhufin kan dhiifamanu[] hin taane
2رَسُولٌ مِّنَ اللَّهِ يَتْلُو صُحُفًا مُّطَهَّرَةً
(Ragichis) ergamaa Rabbi irraa ta’e kan kitaabota qulqulleeffame dubbisu
3فِيهَا كُتُبٌ قَيِّمَةٌ
Ishee keessa barreeffamoota sirriitu jira
Al-BayyinahTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Bayyinah 1

Suuratu Al-Bayyinah Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri abbootii kitaabaafi mushrikoota irraa kafaran odoo ragaan isaanitti hin…

Suuratu Aayah 1/8 — Al-Bayyinah البينة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Bayyinah Caqasi, Al-Bayyinah Hiikkaa, Al-Bayyinah mp3, Al-Bayyinah pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers