Az-Zalzalah · 7/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zalzalah
فَمَن يَعْمَلْ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ خَيْرًا يَرَهُ ۝٧
Famaiy ya`mal mithqala zarratin khai raiy-yarah
📖 Afaan Oromoon
Namni (hanga) madaala atomii toltuu dalage isuma arga

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-8 — Suuratu Az-Zalzalah

5بِأَنَّ رَبَّكَ أَوْحَىٰ لَهَا
[Kunis] Waan Gooftaan kee isheetti beeksisa godheef
6يَوْمَئِذٍ يَصْدُرُ النَّاسُ أَشْتَاتًا لِّيُرَوْا أَعْمَالَهُمْ
Guyyaa san namoonni hojii isaanii agarsiifamuuf jecha garee gareen (bakka dhaabbii irraa) deebi’u
7فَمَن يَعْمَلْ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ خَيْرًا يَرَهُ
Namni (hanga) madaala atomii toltuu dalage isuma arga
8وَمَن يَعْمَلْ مِثْقَالَ ذَرَّةٍ شَرًّا يَرَهُ
Namni (hanga) madaala atomii hamtuu dalages isuma arga
Az-ZalzalahTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MedinanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Az-Zalzalah 7

Suuratu Az-Zalzalah Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni (hanga) madaala atomii toltuu dalage isuma arga

Suuratu Aayah 7/8 — Suuratu Az-Zalzalah الزلزلة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zalzalah Caqasi, Suuratu Az-Zalzalah Hiikkaa, Suuratu Az-Zalzalah mp3, Suuratu Az-Zalzalah pdf. Aayah 5–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers