Taha · 13/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Taha
وَأَنَا اخْتَرْتُكَ فَاسْتَمِعْ لِمَا يُوحَىٰ ۝١٣
Wa anakhtartuka fastami` limaa yoohaa
📖 Afaan Oromoon
Ani si filadheeraa waan buufamu dhageeffadhu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 11-15 — Taha

11فَلَمَّا أَتَاهَا نُودِيَ يَا مُوسَىٰ
Yeroma gara ishee dhufu “Yaa Muusaa!” (jechuun) itti lallabamee
12إِنِّي أَنَا رَبُّكَ فَاخْلَعْ نَعْلَيْكَ ۖ إِنَّكَ بِالْوَادِ الْمُقَدَّسِ طُوًى
“Dhugumatti, Ani Gooftaa keeti; kophee kee baafadhu, ati laga qulqulleeffamaa, Xuwaa keessa jirtaa
13وَأَنَا اخْتَرْتُكَ فَاسْتَمِعْ لِمَا يُوحَىٰ
Ani si filadheeraa waan buufamu dhageeffadhu
14إِنَّنِي أَنَا اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا أَنَا فَاعْبُدْنِي وَأَقِمِ الصَّلَاةَ لِذِكْرِي
Dhugumatti, Ani Allaahdha; Ana malee dhugaan gabbaramaan hin jiru! Ana gabbariYaadannoo kiyyaaf salaatas seeraan salaati
15إِنَّ السَّاعَةَ آتِيَةٌ أَكَادُ أُخْفِيهَا لِتُجْزَىٰ كُلُّ نَفْسٍ بِمَا تَسْعَىٰ
Dhugumatti, Qiyaamaan dhufaa jirtii akka lubbuun hundi waan hojjatte mindeeffamtuuf jecha (of irraa) ishee dhoksuuttin dhihaadha
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Taha 13

Suuratu Taha Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani si filadheeraa waan buufamu dhageeffadhu

Suuratu Aayah 13/135 — Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Taha Caqasi, Taha Hiikkaa, Taha mp3, Taha pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers