An-Naml · 30/93
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naml
إِنَّهُ مِن سُلَيْمَانَ وَإِنَّهُ بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ ٣٠
Transliteration
Innahoo min Sulaimaana wa innahoo bismil laahir Rahmaanir Raheem
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, inni Suleymaan irraayyiInnis [qabiyyeen isaa] ‘maqaa Rabbii akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa ta’eetiin’
🎧 Caqasi
📜 Aayah 28-32 — An-Naml
28اذْهَب بِّكِتَابِي هَٰذَا فَأَلْقِهْ إِلَيْهِمْ ثُمَّ تَوَلَّ عَنْهُمْ فَانظُرْ مَاذَا يَرْجِعُونَ
Xalayaa kiyya kanaan deemii gara isaaniitti darbadhuSana booda isaan irraa gara galii waan isaan deebisan ilaali.”
29قَالَتْ يَا أَيُّهَا الْمَلَأُ إِنِّي أُلْقِيَ إِلَيَّ كِتَابٌ كَرِيمٌ
[Mootittiinis] ni jette: “Yaa qondaaltota [kiyya]! Dhugumatti, ani xalayaan kabajamaan natti darbameera
30إِنَّهُ مِن سُلَيْمَانَ وَإِنَّهُ بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ
Dhugumatti, inni Suleymaan irraayyiInnis [qabiyyeen isaa] ‘maqaa Rabbii akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa ta’eetiin’
31أَلَّا تَعْلُوا عَلَيَّ وَأْتُونِي مُسْلِمِينَ
Narratti hin booninaa; Muslimtoota ta’aatii natti kottaa [jedha].”
32قَالَتْ يَا أَيُّهَا الْمَلَأُ أَفْتُونِي فِي أَمْرِي مَا كُنتُ قَاطِعَةً أَمْرًا حَتَّىٰ تَشْهَدُونِ
Ni jette: “Yaa qondaaltota [kiyya]! Dhimma kiyya irratti furmaata na akeekaa; Ani hangan isin hirmaattanitti dhimma kamillee murteessaa hin taane.”
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
30Aayah
Hiikkaa — An-Naml 30
Suuratu An-Naml Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, inni Suleymaan irraayyiInnis [qabiyyeen isaa] ‘maqaa Rabbii akkaan mararfataa…Suuratu Aayah 30/93 — An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naml Caqasi, An-Naml Hiikkaa, An-Naml mp3, An-Naml pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








