Aal-Imran · 110/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
كُنتُمْ خَيْرَ أُمَّةٍ أُخْرِجَتْ لِلنَّاسِ تَأْمُرُونَ بِالْمَعْرُوفِ وَتَنْهَوْنَ عَنِ الْمُنكَرِ وَتُؤْمِنُونَ بِاللَّهِ ۗ وَلَوْ آمَنَ أَهْلُ الْكِتَابِ لَكَانَ خَيْرًا لَّهُم ۚ مِّنْهُمُ الْمُؤْمِنُونَ وَأَكْثَرُهُمُ الْفَاسِقُونَ ۝١١٠
Kuntum khaira ummatin ukhrijat linnaasi taamuroona bilma`roofi wa tanhawna `anil munkari wa tu`minoona billaah; wa law aamana Ahlul Kitaabi lakaana khairal lahum minhumul mu`minoona wa aksaruhumul faasiqoon
📖 Afaan Oromoon
Isin caaltuu ummata namaaf mulifamtee taataniittuToltutti ajajju; hamtuu irraas ni dhorgitu; Rabbittis ni amantuOdoo abbootiin kitaabaa amananii, silaa gaarii isaaniif ta’a tureIsaan irraa muuminoonnis ni jiru; garuu irra hedduun isaanii finciltoota

🎧 Caqasi


📜 Aayah 108-112 — Suuratu Aal-Imran

108تِلْكَ آيَاتُ اللَّهِ نَتْلُوهَا عَلَيْكَ بِالْحَقِّ ۗ وَمَا اللَّهُ يُرِيدُ ظُلْمًا لِّلْعَالَمِينَ
Isheen sun, kan Nuti dhugaan ishee sirratti qaraanu taatee, keeyyattoota RabbiitiRabbiinis aalama hundaafuu miidhaa kan fedhu hin taane
109وَلِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۚ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ
Wantoonni samiifi wantoonni dachii keessa jiran (hundi) kan RabbiitiWantoonni hunduu gara Rabbiitti deebi’u
110كُنتُمْ خَيْرَ أُمَّةٍ أُخْرِجَتْ لِلنَّاسِ تَأْمُرُونَ بِالْمَعْرُوفِ وَتَنْهَوْنَ عَنِ الْمُنكَرِ وَتُؤْمِنُونَ بِاللَّهِ ۗ وَلَوْ آمَنَ أَهْلُ الْكِتَابِ لَكَانَ خَيْرًا لَّهُم ۚ مِّنْهُمُ الْمُؤْمِنُونَ وَأَكْثَرُهُمُ الْفَاسِقُونَ
Isin caaltuu ummata namaaf mulifamtee taataniittuToltutti ajajju; hamtuu irraas ni dhorgitu; Rabbittis ni amantuOdoo abbootiin kitaabaa amananii, silaa gaarii isaaniif ta’a tureIsaan irraa muuminoonnis ni jiru; garuu irra hedduun isaanii finciltoota
111لَن يَضُرُّوكُمْ إِلَّا أَذًى ۖ وَإِن يُقَاتِلُوكُمْ يُوَلُّوكُمُ الْأَدْبَارَ ثُمَّ لَا يُنصَرُونَ
Rakkisuu malee isin hin miidhanuOdoo isiniin lolaniiyyuu duuba isin irraa deebi’uErgasii tumsa hin argatan
112ضُرِبَتْ عَلَيْهِمُ الذِّلَّةُ أَيْنَ مَا ثُقِفُوا إِلَّا بِحَبْلٍ مِّنَ اللَّهِ وَحَبْلٍ مِّنَ النَّاسِ وَبَاءُوا بِغَضَبٍ مِّنَ اللَّهِ وَضُرِبَتْ عَلَيْهِمُ الْمَسْكَنَةُ ۚ ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ كَانُوا يَكْفُرُونَ بِآيَاتِ اللَّهِ وَيَقْتُلُونَ الْأَنبِيَاءَ بِغَيْرِ حَقٍّ ۚ ذَٰلِكَ بِمَا عَصَوا وَّكَانُوا يَعْتَدُونَ
Yoo waadaa Rabbirraa ta’eefi waadaa nama irraa ta’een (eegaman) malee bakkuma isaan jiran hundatti salphinni isaan irra kaayamteettiDallansuu Rabbirraa ta’eenis deebi’an; hiyyummaanis isaan irra kaayamteKun waan isaan keeyyattoota Rabbiitti kafaraa turaniifi karaan ala nabiyyoota ajjeesaa turaniifiKun waan isaan ajaja Rabbii didaniifi daangaa dabraa turaniifi
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
110Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 110

Suuratu Aal-Imran Aayah 110 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isin caaltuu ummata namaaf mulifamtee taataniittuToltutti ajajju; hamtuu irraas ni…

Suuratu Aayah 110/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 108–112. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers