Ar-Rum · 3/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rum
فِي أَدْنَى الْأَرْضِ وَهُم مِّن بَعْدِ غَلَبِهِمْ سَيَغْلِبُونَ ۝٣
Feee adnal ardi wa hummim ba`di ghalabihim sa ya ghliboon
📖 Afaan Oromoon
Irra dhihoo dachii keessatti (injifataman)Isaanis mo’atamuu isaanii booda fuulduratti ni mo’atu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Ar-Rum

1الم
Alif Laam Miim
2غُلِبَتِ الرُّومُ
Roomaan injifatamte
3فِي أَدْنَى الْأَرْضِ وَهُم مِّن بَعْدِ غَلَبِهِمْ سَيَغْلِبُونَ
Irra dhihoo dachii keessatti (injifataman)Isaanis mo’atamuu isaanii booda fuulduratti ni mo’atu
4فِي بِضْعِ سِنِينَ ۗ لِلَّهِ الْأَمْرُ مِن قَبْلُ وَمِن بَعْدُ ۚ وَيَوْمَئِذٍ يَفْرَحُ الْمُؤْمِنُونَ
Waggoota muraasa keessatti (moo’atu)Murtiin dhimma duraas ta’ee boodaa kan RabbiitiGuyyaa san mu’uminoonni ni gammadu
5بِنَصْرِ اللَّهِ ۚ يَنصُرُ مَن يَشَاءُ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Tumsa Allaahtiin (gammadu)(Rabbiin) nama fedhe ni tumsaInni injifataa, rahmata godhaadha
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 3

Suuratu Ar-Rum Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Irra dhihoo dachii keessatti (injifataman)Isaanis mo’atamuu isaanii booda fuulduratti ni…

Suuratu Aayah 3/60 — Suuratu Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rum Caqasi, Suuratu Ar-Rum Hiikkaa, Suuratu Ar-Rum mp3, Suuratu Ar-Rum pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers