Ar-Rum · 4/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rum
فِي بِضْعِ سِنِينَ ۗ لِلَّهِ الْأَمْرُ مِن قَبْلُ وَمِن بَعْدُ ۚ وَيَوْمَئِذٍ يَفْرَحُ الْمُؤْمِنُونَ ٤
Transliteration
Fee bid`i sineen; lillaahil amru min qablu wa mim ba`d; wa yawma`iziny yafrahul mu`minoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Waggoota muraasa keessatti (moo’atu)Murtiin dhimma duraas ta’ee boodaa kan RabbiitiGuyyaa san mu’uminoonni ni gammadu
🎧 Caqasi
📜 Aayah 2-6 — Ar-Rum
2غُلِبَتِ الرُّومُ
Roomaan injifatamte
3فِي أَدْنَى الْأَرْضِ وَهُم مِّن بَعْدِ غَلَبِهِمْ سَيَغْلِبُونَ
Irra dhihoo dachii keessatti (injifataman)Isaanis mo’atamuu isaanii booda fuulduratti ni mo’atu
4فِي بِضْعِ سِنِينَ ۗ لِلَّهِ الْأَمْرُ مِن قَبْلُ وَمِن بَعْدُ ۚ وَيَوْمَئِذٍ يَفْرَحُ الْمُؤْمِنُونَ
Waggoota muraasa keessatti (moo’atu)Murtiin dhimma duraas ta’ee boodaa kan RabbiitiGuyyaa san mu’uminoonni ni gammadu
5بِنَصْرِ اللَّهِ ۚ يَنصُرُ مَن يَشَاءُ ۖ وَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Tumsa Allaahtiin (gammadu)(Rabbiin) nama fedhe ni tumsaInni injifataa, rahmata godhaadha
6وَعْدَ اللَّهِ ۖ لَا يُخْلِفُ اللَّهُ وَعْدَهُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ
Waadaa Rabbii (Rabbiin beellame)Rabbiin waadaa isaa hin diiguGaruu irra hedduun namootaa hin beekanu
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
4Aayah
Hiikkaa — Ar-Rum 4
Suuratu Ar-Rum Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waggoota muraasa keessatti (moo’atu)Murtiin dhimma duraas ta’ee boodaa kan RabbiitiGuyyaa…Suuratu Aayah 4/60 — Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rum Caqasi, Ar-Rum Hiikkaa, Ar-Rum mp3, Ar-Rum pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








