Ghafir · 2/85
Hiikkaa Sagaleeffama — Ghafir
تَنزِيلُ الْكِتَابِ مِنَ اللَّهِ الْعَزِيزِ الْعَلِيمِ ۝٢
Tanzeelul Kitaabi minal laahil Azeezil `Aleem
📖 Afaan Oromoon
Buufamni kitaabichaa Rabbii injifataa, beekaa ta’e irraayi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-4 — Ghafir

1حم
Haa Miim
2تَنزِيلُ الْكِتَابِ مِنَ اللَّهِ الْعَزِيزِ الْعَلِيمِ
Buufamni kitaabichaa Rabbii injifataa, beekaa ta’e irraayi
3غَافِرِ الذَّنبِ وَقَابِلِ التَّوْبِ شَدِيدِ الْعِقَابِ ذِي الطَّوْلِ ۖ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ إِلَيْهِ الْمَصِيرُ
Araaramaa dilii, qeebalaa tawbaa, (abbaa) adabbii cimaa, abbaa arjummaa(irraayyi)Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru; deebiinis gara Isaati
4مَا يُجَادِلُ فِي آيَاتِ اللَّهِ إِلَّا الَّذِينَ كَفَرُوا فَلَا يَغْرُرْكَ تَقَلُّبُهُمْ فِي الْبِلَادِ
Keeyyattoota Rabbii keessatti warra kafaran malee eenyulleen hin falmuDachii keessa gara gaggaluun isaanii si hin gowwoomsin
GhafirTarreeffama Qur'ana
85Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Ghafir 2

Suuratu Ghafir Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Buufamni kitaabichaa Rabbii injifataa, beekaa ta’e irraayi

Suuratu Aayah 2/85 — Ghafir غافر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ghafir Caqasi, Ghafir Hiikkaa, Ghafir mp3, Ghafir pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers