Al-Fath · 1/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fath
إِنَّا فَتَحْنَا لَكَ فَتْحًا مُّبِينًا ۝١
Innaa fatahnaa laka Fatham Mubeenaa
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad!) Nuti injifannoo ifa ta’e si gonfachiifneerra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-Fath

1إِنَّا فَتَحْنَا لَكَ فَتْحًا مُّبِينًا
(Yaa Muhammad!) Nuti injifannoo ifa ta’e si gonfachiifneerra
2لِّيَغْفِرَ لَكَ اللَّهُ مَا تَقَدَّمَ مِن ذَنبِكَ وَمَا تَأَخَّرَ وَيُتِمَّ نِعْمَتَهُ عَلَيْكَ وَيَهْدِيَكَ صِرَاطًا مُّسْتَقِيمًا
Akka Rabbiin dilii kee irraa waan dabreefi waan dhufus siif araaramuuf, akka ni’imaa Isaa sirratti guutufi akka karaa qajeelaa si qajeelchuf jecha (injifannoo ifa ta’e siif kenne)
3وَيَنصُرَكَ اللَّهُ نَصْرًا عَزِيزًا
Rabbiin tumsa cimaa sii tumsuuf (si injifachiise)
Al-FathTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Fath 1

Suuratu Al-Fath Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad!) Nuti injifannoo ifa ta’e si gonfachiifneerra

Suuratu Aayah 1/29 — Suuratu Al-Fath الفتح (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fath Caqasi, Suuratu Al-Fath Hiikkaa, Suuratu Al-Fath mp3, Suuratu Al-Fath pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers