Al-Waqi'ah · 20/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
وَفَاكِهَةٍ مِّمَّا يَتَخَيَّرُونَ ۝٢٠
Wa faakihatim mimmaa yatakhaiyaroon
📖 Afaan Oromoon
Fuduraalee irraa waan isaan filataniin (irra naanna’u)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Al-Waqi'ah

18بِأَكْوَابٍ وَأَبَارِيقَ وَكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ
Kubbaayyaa, quluufi geeba (xoofoo) farsoo irraa ta’een
19لَّا يُصَدَّعُونَ عَنْهَا وَلَا يُنزِفُونَ
Isii irraa hin bowwaafatan; hin machaa’anis
20وَفَاكِهَةٍ مِّمَّا يَتَخَيَّرُونَ
Fuduraalee irraa waan isaan filataniin (irra naanna’u)
21وَلَحْمِ طَيْرٍ مِّمَّا يَشْتَهُونَ
Foon allaattii irraas waan isaan fedhaniin
22وَحُورٌ عِينٌ
Dubra adaadii ija babal’ootu (isiniif jira)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 20

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fuduraalee irraa waan isaan filataniin (irra naanna’u)

Suuratu Aayah 20/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers