Al-Qalam · 1/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qalam
ن ۚ وَالْقَلَمِ وَمَا يَسْطُرُونَ ۝١
Noon; walqalami wa maa yasturoon
📖 Afaan Oromoon
NuunQalamaafi waan (malaykonni) barreessaniinin kakadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Al-Qalam

1ن ۚ وَالْقَلَمِ وَمَا يَسْطُرُونَ
NuunQalamaafi waan (malaykonni) barreessaniinin kakadha
2مَا أَنتَ بِنِعْمَةِ رَبِّكَ بِمَجْنُونٍ
Ati niimaa Gooftaa keetiitiin maraataa hin taane
3وَإِنَّ لَكَ لَأَجْرًا غَيْرَ مَمْنُونٍ
Dhugumatti, siif mindaa hin cinnetu jira
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 1

Suuratu Al-Qalam Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : NuunQalamaafi waan (malaykonni) barreessaniinin kakadha

Suuratu Aayah 1/52 — Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qalam Caqasi, Al-Qalam Hiikkaa, Al-Qalam mp3, Al-Qalam pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers