Al-Haqqah · 22/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٍ ۝٢٢
Fee jannnatin `aaliyah
📖 Afaan Oromoon
Jannata ol fuudhamtuu keessa (taa)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Al-Haqqah

20إِنِّي ظَنَنتُ أَنِّي مُلَاقٍ حِسَابِيَهْ
Ani qormaata koo qunnamuu dhugoomseen ture.”
21فَهُوَ فِي عِيشَةٍ رَّاضِيَةٍ
Innis jireenya jaalatamtuu keessa taa
22فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٍ
Jannata ol fuudhamtuu keessa (taa)
23قُطُوفُهَا دَانِيَةٌ
Kan firiiwwan ishee dhihoo taan
24كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا أَسْلَفْتُمْ فِي الْأَيَّامِ الْخَالِيَةِ
Waan guyyoota darban keessa dabarfattaniif jecha gammadoo ta’aatii nyaadhaa; dhugaa" (isaaniin jedhama)
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 22

Suuratu Al-Haqqah Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jannata ol fuudhamtuu keessa (taa)

Suuratu Aayah 22/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers