Al-Haqqah · 21/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
فَهُوَ فِي عِيشَةٍ رَّاضِيَةٍ ۝٢١
Fahuwa fee `eeshatir raadiyah
📖 Afaan Oromoon
Innis jireenya jaalatamtuu keessa taa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Al-Haqqah

19فَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِيَمِينِهِ فَيَقُولُ هَاؤُمُ اقْرَءُوا كِتَابِيَهْ
Namni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname ni jedha: “hoodhaa kitaaba kiyya dubbisaa
20إِنِّي ظَنَنتُ أَنِّي مُلَاقٍ حِسَابِيَهْ
Ani qormaata koo qunnamuu dhugoomseen ture.”
21فَهُوَ فِي عِيشَةٍ رَّاضِيَةٍ
Innis jireenya jaalatamtuu keessa taa
22فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٍ
Jannata ol fuudhamtuu keessa (taa)
23قُطُوفُهَا دَانِيَةٌ
Kan firiiwwan ishee dhihoo taan
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 21

Suuratu Al-Haqqah Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Innis jireenya jaalatamtuu keessa taa

Suuratu Aayah 21/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers