Al-Qiyamah · 18/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
فَإِذَا قَرَأْنَاهُ فَاتَّبِعْ قُرْآنَهُ ۝١٨
Fa izaa qaraanaahu fattabi` qur aanah
📖 Afaan Oromoon
Yeroo Nuti isa qaraane qiraatii isaa hordofi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Qiyamah

16لَا تُحَرِّكْ بِهِ لِسَانَكَ لِتَعْجَلَ بِهِ
Isa (qabachuu)tti ariifachuuf jecha arraba kee isaan hin sochoosin
17إِنَّ عَلَيْنَا جَمْعَهُ وَقُرْآنَهُ
Dhugumatti, isa (onnee kee keessatti) walitti qabuufi isa dubbisuun kee nurra jira
18فَإِذَا قَرَأْنَاهُ فَاتَّبِعْ قُرْآنَهُ
Yeroo Nuti isa qaraane qiraatii isaa hordofi
19ثُمَّ إِنَّ عَلَيْنَا بَيَانَهُ
Ergasii isa ibsuun Nurra jira
20كَلَّا بَلْ تُحِبُّونَ الْعَاجِلَةَ
Dhugumatti, isin ariifattuu (duuniyaa) jaalattu
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 18

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo Nuti isa qaraane qiraatii isaa hordofi

Suuratu Aayah 18/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers