Suuratu Al-Layl Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-Layl hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (21 Aayah — مكية). Al-Layl Caqasi, Al-Layl Hiikkaa, Al-Layl mp3, Al-Layl pdf.Suuratu Al-Layl Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
وَمَا يُغْنِي عَنْهُ مَالُهُ إِذَا تَرَدَّىٰ ١١
📖 Hiikkaa
Aayah 11
Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu
إِنَّ عَلَيْنَا لَلْهُدَىٰ ١٢
📖 Hiikkaa
Aayah 12
Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mulisuun) Nurra jira
وَإِنَّ لَنَا لَلْآخِرَةَ وَالْأُولَىٰ ١٣
📖 Hiikkaa
Aayah 13
Dhugumatti, Aakhiraafi addunyaan keenya
وَسَيُجَنَّبُهَا الْأَتْقَى ١٧
📖 Hiikkaa
Aayah 17
Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira
الَّذِي يُؤْتِي مَالَهُ يَتَزَكَّىٰ ١٨
📖 Hiikkaa
Aayah 18
Kan qabeenya isaa qulqulleeffachuuf kennu
وَمَا لِأَحَدٍ عِندَهُ مِن نِّعْمَةٍ تُجْزَىٰ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Haala isa bira nama tokkoof galanni galfamu hin jirreen (kan kennatu)
إِلَّا ابْتِغَاءَ وَجْهِ رَبِّهِ الْأَعْلَىٰ ٢٠
📖 Hiikkaa
Aayah 20
Fuula Gooftaa isaa ol aanaa tae barbaachaaf malee (hin kennu)
Dubbisi Suuratu Al-Layl Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

