Ad-Duha · 3/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Duha
مَا وَدَّعَكَ رَبُّكَ وَمَا قَلَىٰ ۝٣
Ma wad da`aka rabbuka wa ma qalaa
📖 Afaan Oromoon
Gooftaan kee si hin dhiifne; si hin jibbines

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Ad-Duha

1وَالضُّحَىٰ
Waareenin (kakadha)
2وَاللَّيْلِ إِذَا سَجَىٰ
Halkaniinis yeroo inni callise
3مَا وَدَّعَكَ رَبُّكَ وَمَا قَلَىٰ
Gooftaan kee si hin dhiifne; si hin jibbines
4وَلَلْآخِرَةُ خَيْرٌ لَّكَ مِنَ الْأُولَىٰ
Dhugumatti, Aakhiraatu addunyaa irra siif caala
5وَلَسَوْفَ يُعْطِيكَ رَبُّكَ فَتَرْضَىٰ
Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siif kenna; ni jaallattas
Ad-DuhaTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Ad-Duha 3

Suuratu Ad-Duha Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaan kee si hin dhiifne; si hin jibbines

Suuratu Aayah 3/11 — Suuratu Ad-Duha الضحى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Duha Caqasi, Suuratu Ad-Duha Hiikkaa, Suuratu Ad-Duha mp3, Suuratu Ad-Duha pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers