Ad-Duha · 8/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Duha
وَوَجَدَكَ عَائِلًا فَأَغْنَىٰ ۝٨
Wa wa jadaka `aa-ilan fa aghnaa
📖 Afaan Oromoon
Hiyyeessas taatee si argee si duroomse

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Ad-Duha

6أَلَمْ يَجِدْكَ يَتِيمًا فَآوَىٰ
Sila yatiima ta’uu si argee si hin hirkifnee
7وَوَجَدَكَ ضَالًّا فَهَدَىٰ
Dogoggoraas ta’uu si argee si qajeelche
8وَوَجَدَكَ عَائِلًا فَأَغْنَىٰ
Hiyyeessas taatee si argee si duroomse
9فَأَمَّا الْيَتِيمَ فَلَا تَقْهَرْ
Yatiima hin hacuucin
10وَأَمَّا السَّائِلَ فَلَا تَنْهَرْ
Kadhataas hin ifatin
Ad-DuhaTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Ad-Duha 8

Suuratu Ad-Duha Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hiyyeessas taatee si argee si duroomse

Suuratu Aayah 8/11 — Suuratu Ad-Duha الضحى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Duha Caqasi, Suuratu Ad-Duha Hiikkaa, Suuratu Ad-Duha mp3, Suuratu Ad-Duha pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers