Ad-Duha · 5/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Duha
وَلَسَوْفَ يُعْطِيكَ رَبُّكَ فَتَرْضَىٰ ۝٥
Wa la sawfa y`uteeka rabbuka fatarda
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siif kenna; ni jaallattas

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Ad-Duha

3مَا وَدَّعَكَ رَبُّكَ وَمَا قَلَىٰ
Gooftaan kee si hin dhiifne; si hin jibbines
4وَلَلْآخِرَةُ خَيْرٌ لَّكَ مِنَ الْأُولَىٰ
Dhugumatti, Aakhiraatu addunyaa irra siif caala
5وَلَسَوْفَ يُعْطِيكَ رَبُّكَ فَتَرْضَىٰ
Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siif kenna; ni jaallattas
6أَلَمْ يَجِدْكَ يَتِيمًا فَآوَىٰ
Sila yatiima ta’uu si argee si hin hirkifnee
7وَوَجَدَكَ ضَالًّا فَهَدَىٰ
Dogoggoraas ta’uu si argee si qajeelche
Ad-DuhaTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Ad-Duha 5

Suuratu Ad-Duha Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siif kenna; ni…

Suuratu Aayah 5/11 — Suuratu Ad-Duha الضحى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Duha Caqasi, Suuratu Ad-Duha Hiikkaa, Suuratu Ad-Duha mp3, Suuratu Ad-Duha pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers