Ad-Duha · 9/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Duha
فَأَمَّا الْيَتِيمَ فَلَا تَقْهَرْ ۝٩
Fa am mal yateema fala taqhar
📖 Afaan Oromoon
Yatiima hin hacuucin

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Ad-Duha

7وَوَجَدَكَ ضَالًّا فَهَدَىٰ
Dogoggoraas ta’uu si argee si qajeelche
8وَوَجَدَكَ عَائِلًا فَأَغْنَىٰ
Hiyyeessas taatee si argee si duroomse
9فَأَمَّا الْيَتِيمَ فَلَا تَقْهَرْ
Yatiima hin hacuucin
10وَأَمَّا السَّائِلَ فَلَا تَنْهَرْ
Kadhataas hin ifatin
11وَأَمَّا بِنِعْمَةِ رَبِّكَ فَحَدِّثْ
Niimaa (qananii) Gooftaa keetiis odeessi
Ad-DuhaTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Ad-Duha 9

Suuratu Ad-Duha Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yatiima hin hacuucin

Suuratu Aayah 9/11 — Suuratu Ad-Duha الضحى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Duha Caqasi, Suuratu Ad-Duha Hiikkaa, Suuratu Ad-Duha mp3, Suuratu Ad-Duha pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers