Ad-Duha · 6/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Duha
أَلَمْ يَجِدْكَ يَتِيمًا فَآوَىٰ ۝٦
Alam ya jidka yateeman fa aawaa
📖 Afaan Oromoon
Sila yatiima ta’uu si argee si hin hirkifnee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Ad-Duha

4وَلَلْآخِرَةُ خَيْرٌ لَّكَ مِنَ الْأُولَىٰ
Dhugumatti, Aakhiraatu addunyaa irra siif caala
5وَلَسَوْفَ يُعْطِيكَ رَبُّكَ فَتَرْضَىٰ
Dhugumatti, Rabbiin kee fuula dura (kenna guddaa) siif kenna; ni jaallattas
6أَلَمْ يَجِدْكَ يَتِيمًا فَآوَىٰ
Sila yatiima ta’uu si argee si hin hirkifnee
7وَوَجَدَكَ ضَالًّا فَهَدَىٰ
Dogoggoraas ta’uu si argee si qajeelche
8وَوَجَدَكَ عَائِلًا فَأَغْنَىٰ
Hiyyeessas taatee si argee si duroomse
Ad-DuhaTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Ad-Duha 6

Suuratu Ad-Duha Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila yatiima ta’uu si argee si hin hirkifnee

Suuratu Aayah 6/11 — Suuratu Ad-Duha الضحى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Duha Caqasi, Suuratu Ad-Duha Hiikkaa, Suuratu Ad-Duha mp3, Suuratu Ad-Duha pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers