At-Tin · 4/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tin
لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي أَحْسَنِ تَقْوِيمٍ ۝٤
Laqad khalaqnal insaana fee ahsani taqweem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii tae keessatti isa uumne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu At-Tin

2وَطُورِ سِينِينَ
Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis
3وَهَٰذَا الْبَلَدِ الْأَمِينِ
Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha)
4لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي أَحْسَنِ تَقْوِيمٍ
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii tae keessatti isa uumne
5ثُمَّ رَدَدْنَاهُ أَسْفَلَ سَافِلِينَ
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne
6إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فَلَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira
At-TinTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — At-Tin 4

Suuratu At-Tin Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii tae keessatti isa uumne

Suuratu Aayah 4/8 — Suuratu At-Tin التين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tin Caqasi, Suuratu At-Tin Hiikkaa, Suuratu At-Tin mp3, Suuratu At-Tin pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers