At-Tin · 3/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tin
وَهَٰذَا الْبَلَدِ الْأَمِينِ ۝٣
Wa haazal balad-il ameen
📖 Afaan Oromoon
Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu At-Tin

1وَالتِّينِ وَالزَّيْتُونِ
Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha)
2وَطُورِ سِينِينَ
Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis
3وَهَٰذَا الْبَلَدِ الْأَمِينِ
Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha)
4لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي أَحْسَنِ تَقْوِيمٍ
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii tae keessatti isa uumne
5ثُمَّ رَدَدْنَاهُ أَسْفَلَ سَافِلِينَ
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne
At-TinTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — At-Tin 3

Suuratu At-Tin Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha)

Suuratu Aayah 3/8 — Suuratu At-Tin التين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tin Caqasi, Suuratu At-Tin Hiikkaa, Suuratu At-Tin mp3, Suuratu At-Tin pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers