At-Tin · 7/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tin
فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعْدُ بِالدِّينِ ۝٧
Fama yu kaz zibuka b`adu bid deen
📖 Afaan Oromoon
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-8 — Suuratu At-Tin

5ثُمَّ رَدَدْنَاهُ أَسْفَلَ سَافِلِينَ
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne
6إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فَلَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira
7فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعْدُ بِالدِّينِ
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)
8أَلَيْسَ اللَّهُ بِأَحْكَمِ الْحَاكِمِينَ
Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee
At-TinTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — At-Tin 7

Suuratu At-Tin Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si…

Suuratu Aayah 7/8 — Suuratu At-Tin التين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tin Caqasi, Suuratu At-Tin Hiikkaa, Suuratu At-Tin mp3, Suuratu At-Tin pdf. Aayah 5–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers