At-Tin · 5/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tin
ثُمَّ رَدَدْنَاهُ أَسْفَلَ سَافِلِينَ ۝٥
Thumma ra dad naahu asfala saafileen
📖 Afaan Oromoon
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu At-Tin

3وَهَٰذَا الْبَلَدِ الْأَمِينِ
Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha)
4لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي أَحْسَنِ تَقْوِيمٍ
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii tae keessatti isa uumne
5ثُمَّ رَدَدْنَاهُ أَسْفَلَ سَافِلِينَ
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne
6إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فَلَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira
7فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعْدُ بِالدِّينِ
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)
At-TinTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — At-Tin 5

Suuratu At-Tin Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne

Suuratu Aayah 5/8 — Suuratu At-Tin التين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tin Caqasi, Suuratu At-Tin Hiikkaa, Suuratu At-Tin mp3, Suuratu At-Tin pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers