Suuratu At-Tin pdf — Buufi (Oromo)
Suuratu At-Tin pdf Oromo — Buufi Suuratu At-Tin Hiikkaa. Suuratu At-Tin (Meccan) 8 Aayah.
Related
- Suuratu At-Tin HiikkaaOromo
- Suuratu At-Tin mp3Caqasi
- Quran Index Oromo114
More Suuratu PDF
Suuratu At-Tin

ﭫﭬﭭ
95:1
Tiiniifi Zaytuuniiniin (kakadha)
ﭮﭯﭰ
95:2
Gaara (Tulluu) Siiniinaatiinis
ﭱﭲﭳﭴ
95:3
Biyya nagaa kanaanis (nin kakadha)
ﭵﭶﭷﭸﭹﭺﭻ
95:4
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii tae keessatti isa uumne
ﭼﭽﭾﭿﮀ
95:5
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne
ﮁﮂﮃﮄﮅﮆﮇﮈﮉﮊ
95:6
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira
ﮋﮌﮍﮎﮏ
95:7
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)
ﮐﮑﮒﮓﮔ
95:8
Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee
Qur'aana Qulqulluu
Wednesday, September 9, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







