At-Tin · 6/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tin
إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فَلَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ ۝٦
Ill-lal lazeena aamanoo wa `amilus saalihaati; falahum ajrun ghairu mamnoon
📖 Afaan Oromoon
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu At-Tin

4لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي أَحْسَنِ تَقْوِيمٍ
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii tae keessatti isa uumne
5ثُمَّ رَدَدْنَاهُ أَسْفَلَ سَافِلِينَ
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa taetti isa deebifne
6إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فَلَهُمْ أَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُونٍ
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira
7فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعْدُ بِالدِّينِ
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)
8أَلَيْسَ اللَّهُ بِأَحْكَمِ الْحَاكِمِينَ
Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee
At-TinTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — At-Tin 6

Suuratu At-Tin Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu…

Suuratu Aayah 6/8 — Suuratu At-Tin التين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tin Caqasi, Suuratu At-Tin Hiikkaa, Suuratu At-Tin mp3, Suuratu At-Tin pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers