Yasin · 22/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Yasin
وَمَا لِيَ لَا أَعْبُدُ الَّذِي فَطَرَنِي وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ ٢٢
Transliteration
Wa maa liya laaa a`budul lazee fataranee wa ilaihi turja`oon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Ani maaliifan Isa na uume, kan isiniis gara Isaa deebifamtanu hin gabbarre
🎧 Caqasi
📜 Aayah 20-24 — Yasin
20وَجَاءَ مِنْ أَقْصَى الْمَدِينَةِ رَجُلٌ يَسْعَىٰ قَالَ يَا قَوْمِ اتَّبِعُوا الْمُرْسَلِينَ
Kutaa fagoo magaalattii irraa namichi tokko fiigaa dhufee ni jedhe: “yaa ummata kiyya! Ergamtoota hordofaa
21اتَّبِعُوا مَن لَّا يَسْأَلُكُمْ أَجْرًا وَهُم مُّهْتَدُونَ
Namoota mindaa (baasii) isin hin gaafanneefi ofii isaanitiifis qajeelfamoo ta’an hordofaa
22وَمَا لِيَ لَا أَعْبُدُ الَّذِي فَطَرَنِي وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ
Ani maaliifan Isa na uume, kan isiniis gara Isaa deebifamtanu hin gabbarre
23أَأَتَّخِذُ مِن دُونِهِ آلِهَةً إِن يُرِدْنِ الرَّحْمَٰنُ بِضُرٍّ لَّا تُغْنِ عَنِّي شَفَاعَتُهُمْ شَيْئًا وَلَا يُنقِذُونِ
Sila ani Isaa gadittiin gabbaramtoota biraa kan Yoo Rahmaan miidhaa wahiitiin na fedhe jaarsummaan isaanii homaa ana hin fayyadneefi isaaniis ana hin baraarsinen taasifadhaa
24إِنِّي إِذًا لَّفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Ani yeroo san jallina ifa galaa keessa ta’eera
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
22Aayah
Hiikkaa — Yasin 22
Suuratu Yasin Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani maaliifan Isa na uume, kan isiniis gara Isaa deebifamtanu…Suuratu Aayah 22/83 — Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yasin Caqasi, Yasin Hiikkaa, Yasin mp3, Yasin pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








