Sad · 72/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
فَإِذَا سَوَّيْتُهُ وَنَفَخْتُ فِيهِ مِن رُّوحِي فَقَعُوا لَهُ سَاجِدِينَ ۝٧٢
Fa-iza sawwaituhoo wa nafakhtu feehi mir roohee faqa`oo lahoo saajideen
📖 Afaan Oromoon
“Ergan isa sirreessee, ruuhii kiyya (kan Ani uume) irraa isa keessatti afuufee booda isaaf sujuuda bu’aa” (jedheen)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 70-74 — Suuratu Sad

70إِن يُوحَىٰ إِلَيَّ إِلَّا أَنَّمَا أَنَا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Ani sodaachisaa ifa galaa ta’uu malee beeksifni (biraa) gara kiyya hin godhamu.”
71إِذْ قَالَ رَبُّكَ لِلْمَلَائِكَةِ إِنِّي خَالِقٌ بَشَرًا مِّن طِينٍ
Yeroo Gooftaan kee malaykotaan “Ani nama dhoqqee irraa uumuufan jira” jedhe [yaadadhu]
72فَإِذَا سَوَّيْتُهُ وَنَفَخْتُ فِيهِ مِن رُّوحِي فَقَعُوا لَهُ سَاجِدِينَ
“Ergan isa sirreessee, ruuhii kiyya (kan Ani uume) irraa isa keessatti afuufee booda isaaf sujuuda bu’aa” (jedheen)
73فَسَجَدَ الْمَلَائِكَةُ كُلُّهُمْ أَجْمَعُونَ
Malaykonni hundi isaanii sujuuda bu’an
74إِلَّا إِبْلِيسَ اسْتَكْبَرَ وَكَانَ مِنَ الْكَافِرِينَ
Garuu Ibliis boonee, kaafiroota irraa ta’e
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
72Aayah

Hiikkaa — Sad 72

Suuratu Sad Aayah 72 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Ergan isa sirreessee, ruuhii kiyya (kan Ani uume) irraa isa…

Suuratu Aayah 72/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 70–74. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers