An-Nisa · 153/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
يَسْأَلُكَ أَهْلُ الْكِتَابِ أَن تُنَزِّلَ عَلَيْهِمْ كِتَابًا مِّنَ السَّمَاءِ ۚ فَقَدْ سَأَلُوا مُوسَىٰ أَكْبَرَ مِن ذَٰلِكَ فَقَالُوا أَرِنَا اللَّهَ جَهْرَةً فَأَخَذَتْهُمُ الصَّاعِقَةُ بِظُلْمِهِمْ ۚ ثُمَّ اتَّخَذُوا الْعِجْلَ مِن بَعْدِ مَا جَاءَتْهُمُ الْبَيِّنَاتُ فَعَفَوْنَا عَن ذَٰلِكَ ۚ وَآتَيْنَا مُوسَىٰ سُلْطَانًا مُّبِينًا ۝١٥٣
yas`aluka Ahlul Kitaabi an tunazzila `alaihim Kitaabam minas samaaa`i faqad sa aloo Moosaa akbara min zaalika faqaaloo arinal laaha jahratan fa akhazat humus saa`iqatu bizulmihim; summat takhazul `ijla mim ba`di maa jaa`at humul baiyinaatu fa`afawnaa `ann zaalik; wa aatainaa Moosaa sultaanam mubeenaa
📖 Afaan Oromoon
Abbootiin kitaabaa samii irraa kitaaba isaan irratti buusuu si gaafatuMuusaas waan kana irra guddaa gaafataniiru“Rabbiin ifatti nu agarsiisi” jedhaniSababaa miidhaa isaaniitiin gaggabbiin (duuti) isaan qabdeSana booda erga mallattoowwan isaanitti dhufanii jibicha (gabbaramaa) godhatanSanas irra isaaniif dabrineMuusaaf ragaa ifa ta’e kennine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 151-155 — Suuratu An-Nisa

151أُولَٰئِكَ هُمُ الْكَافِرُونَ حَقًّا ۚ وَأَعْتَدْنَا لِلْكَافِرِينَ عَذَابًا مُّهِينًا
Isaan warra dhugaan kafaraniidhaNutis kaafirootaaf adabbii xiqqeessaa qopheessinee jirra
152وَالَّذِينَ آمَنُوا بِاللَّهِ وَرُسُلِهِ وَلَمْ يُفَرِّقُوا بَيْنَ أَحَدٍ مِّنْهُمْ أُولَٰئِكَ سَوْفَ يُؤْتِيهِمْ أُجُورَهُمْ ۗ وَكَانَ اللَّهُ غَفُورًا رَّحِيمًا
Isaan Rabbiifi ergamtoota Isaattis amanan, gidduu tokkoon isaan irraa taees adda hin baasin, isaan san (Rabbiin) mindaa isaanii isaaniif kennaRabbiin araaramaa, rahmata godhaa taeera
153يَسْأَلُكَ أَهْلُ الْكِتَابِ أَن تُنَزِّلَ عَلَيْهِمْ كِتَابًا مِّنَ السَّمَاءِ ۚ فَقَدْ سَأَلُوا مُوسَىٰ أَكْبَرَ مِن ذَٰلِكَ فَقَالُوا أَرِنَا اللَّهَ جَهْرَةً فَأَخَذَتْهُمُ الصَّاعِقَةُ بِظُلْمِهِمْ ۚ ثُمَّ اتَّخَذُوا الْعِجْلَ مِن بَعْدِ مَا جَاءَتْهُمُ الْبَيِّنَاتُ فَعَفَوْنَا عَن ذَٰلِكَ ۚ وَآتَيْنَا مُوسَىٰ سُلْطَانًا مُّبِينًا
Abbootiin kitaabaa samii irraa kitaaba isaan irratti buusuu si gaafatuMuusaas waan kana irra guddaa gaafataniiru“Rabbiin ifatti nu agarsiisi” jedhaniSababaa miidhaa isaaniitiin gaggabbiin (duuti) isaan qabdeSana booda erga mallattoowwan isaanitti dhufanii jibicha (gabbaramaa) godhatanSanas irra isaaniif dabrineMuusaaf ragaa ifa ta’e kennine
154وَرَفَعْنَا فَوْقَهُمُ الطُّورَ بِمِيثَاقِهِمْ وَقُلْنَا لَهُمُ ادْخُلُوا الْبَابَ سُجَّدًا وَقُلْنَا لَهُمْ لَا تَعْدُوا فِي السَّبْتِ وَأَخَذْنَا مِنْهُم مِّيثَاقًا غَلِيظًا
Waadaa isaan galchuuf gaara isaan irratti ol kaafnee “sujuuda godhaa balbalicha seenaa” isaaniin jenne“Sanbata keessattis daangaa hin tarinaa" isaaniin jenneWaadaa ulfaataas isaan irraa fuune
155فَبِمَا نَقْضِهِم مِّيثَاقَهُمْ وَكُفْرِهِم بِآيَاتِ اللَّهِ وَقَتْلِهِمُ الْأَنبِيَاءَ بِغَيْرِ حَقٍّ وَقَوْلِهِمْ قُلُوبُنَا غُلْفٌ ۚ بَلْ طَبَعَ اللَّهُ عَلَيْهَا بِكُفْرِهِمْ فَلَا يُؤْمِنُونَ إِلَّا قَلِيلًا
Sababa isaan waadaa isaanii diiguutiin, keeyyattoota Rabbiitti kafaruutiin, nabiyyootas karaan ala ajjeesuu isaaniitiifi “onneen keenya haguugamtee jirti” jechuu isaaniitiin (isaan abaarre)Dhugumatti Rabbiin sababaa kufrii isaaniitiif ishee (onnee isaanii) irratti haguuge; muraasa malee hin amananu
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
153Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 153

Suuratu An-Nisa Aayah 153 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Abbootiin kitaabaa samii irraa kitaaba isaan irratti buusuu si gaafatuMuusaas…

Suuratu Aayah 153/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 151–155. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers