An-Nisa · 52/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
أُولَٰئِكَ الَّذِينَ لَعَنَهُمُ اللَّهُ ۖ وَمَن يَلْعَنِ اللَّهُ فَلَن تَجِدَ لَهُ نَصِيرًا ۝٥٢
Ulaaa`ikal lazeena la`ana humul laahu wa mai yal`anil laahu falan tajida lahoo naseeraa
📖 Afaan Oromoon
Isaan Warra isaan Rabbiin abaareNama Rabbiin abaare, gargaaraa isaaf hin argitu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 50-54 — Suuratu An-Nisa

50انظُرْ كَيْفَ يَفْتَرُونَ عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ ۖ وَكَفَىٰ بِهِ إِثْمًا مُّبِينًا
Akkamitti akka isaan Rabbirratti kijiba odeessan ilaaliCubbuu ifa bahaa ta’uuf inninuu ga’aadha
51أَلَمْ تَرَ إِلَى الَّذِينَ أُوتُوا نَصِيبًا مِّنَ الْكِتَابِ يُؤْمِنُونَ بِالْجِبْتِ وَالطَّاغُوتِ وَيَقُولُونَ لِلَّذِينَ كَفَرُوا هَٰؤُلَاءِ أَهْدَىٰ مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا سَبِيلًا
Sila gara warra kitaaba irraa qoodni isaaniif kennamee hin ilaallee? Isaan sihriifi xaaghuutatti amanuIsaan kafaraniinis ni jedhu: “Warra kanatu isaan amanan (Muslimoota) caalaa karaa qajeelaadha
52أُولَٰئِكَ الَّذِينَ لَعَنَهُمُ اللَّهُ ۖ وَمَن يَلْعَنِ اللَّهُ فَلَن تَجِدَ لَهُ نَصِيرًا
Isaan Warra isaan Rabbiin abaareNama Rabbiin abaare, gargaaraa isaaf hin argitu
53أَمْ لَهُمْ نَصِيبٌ مِّنَ الْمُلْكِ فَإِذًا لَّا يُؤْتُونَ النَّاسَ نَقِيرًا
Sila mootummaa irraa qoodni isaaniif jira moo? Yeroo sana hanga tuqaa ija (killee) timiraa irra jiru namaaf hin kennanu ture
54أَمْ يَحْسُدُونَ النَّاسَ عَلَىٰ مَا آتَاهُمُ اللَّهُ مِن فَضْلِهِ ۖ فَقَدْ آتَيْنَا آلَ إِبْرَاهِيمَ الْكِتَابَ وَالْحِكْمَةَ وَآتَيْنَاهُم مُّلْكًا عَظِيمًا
Moo sila waan Rabbiin tola Isaa irraa namootaaf kenne irratti isaan waanyu? Dhugumatti Nuti maatii Ibraahiimiif kitaabaafi ogummaa kenninee jirraMootummaa guddaas isaaniif kenninee jirra
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 52

Suuratu An-Nisa Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan Warra isaan Rabbiin abaareNama Rabbiin abaare, gargaaraa isaaf hin…

Suuratu Aayah 52/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers