An-Nisa · 53/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
أَمْ لَهُمْ نَصِيبٌ مِّنَ الْمُلْكِ فَإِذًا لَّا يُؤْتُونَ النَّاسَ نَقِيرًا ۝٥٣
Am lahum naseebum minal mulki fa izal laa yu`toonan naasa naqeeraa
📖 Afaan Oromoon
Sila mootummaa irraa qoodni isaaniif jira moo? Yeroo sana hanga tuqaa ija (killee) timiraa irra jiru namaaf hin kennanu ture

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 51-55 — Suuratu An-Nisa

51أَلَمْ تَرَ إِلَى الَّذِينَ أُوتُوا نَصِيبًا مِّنَ الْكِتَابِ يُؤْمِنُونَ بِالْجِبْتِ وَالطَّاغُوتِ وَيَقُولُونَ لِلَّذِينَ كَفَرُوا هَٰؤُلَاءِ أَهْدَىٰ مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا سَبِيلًا
Sila gara warra kitaaba irraa qoodni isaaniif kennamee hin ilaallee? Isaan sihriifi xaaghuutatti amanuIsaan kafaraniinis ni jedhu: “Warra kanatu isaan amanan (Muslimoota) caalaa karaa qajeelaadha
52أُولَٰئِكَ الَّذِينَ لَعَنَهُمُ اللَّهُ ۖ وَمَن يَلْعَنِ اللَّهُ فَلَن تَجِدَ لَهُ نَصِيرًا
Isaan Warra isaan Rabbiin abaareNama Rabbiin abaare, gargaaraa isaaf hin argitu
53أَمْ لَهُمْ نَصِيبٌ مِّنَ الْمُلْكِ فَإِذًا لَّا يُؤْتُونَ النَّاسَ نَقِيرًا
Sila mootummaa irraa qoodni isaaniif jira moo? Yeroo sana hanga tuqaa ija (killee) timiraa irra jiru namaaf hin kennanu ture
54أَمْ يَحْسُدُونَ النَّاسَ عَلَىٰ مَا آتَاهُمُ اللَّهُ مِن فَضْلِهِ ۖ فَقَدْ آتَيْنَا آلَ إِبْرَاهِيمَ الْكِتَابَ وَالْحِكْمَةَ وَآتَيْنَاهُم مُّلْكًا عَظِيمًا
Moo sila waan Rabbiin tola Isaa irraa namootaaf kenne irratti isaan waanyu? Dhugumatti Nuti maatii Ibraahiimiif kitaabaafi ogummaa kenninee jirraMootummaa guddaas isaaniif kenninee jirra
55فَمِنْهُم مَّنْ آمَنَ بِهِ وَمِنْهُم مَّن صَدَّ عَنْهُ ۚ وَكَفَىٰ بِجَهَنَّمَ سَعِيرًا
Isaan irraas nama isatti (Muhammaditti) amanetu jiraIsaan irraas nama isa irraa garagaletu jiraGubaatii (isaaniitiif) jahannam ga’aadha
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 53

Suuratu An-Nisa Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila mootummaa irraa qoodni isaaniif jira moo? Yeroo sana hanga…

Suuratu Aayah 53/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers