Al-Fath · 4/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Fath
هُوَ الَّذِي أَنزَلَ السَّكِينَةَ فِي قُلُوبِ الْمُؤْمِنِينَ لِيَزْدَادُوا إِيمَانًا مَّعَ إِيمَانِهِمْ ۗ وَلِلَّهِ جُنُودُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمًا ۝٤
Huwal lazeee anzalas sakeenata fee quloobil mu`mineena liyazdaadooo eemaanamma`a eemaanihim; wa lillaahi junoodus samawaati wal ard; wa kaanal laahu `Aleeman Hakeemaa
📖 Afaan Oromoon
Inni Isa tasgabbii onnee mu’uminootaa keessatti buuse(Kunis) akka isaan iimaana isaanii wajjiin iimaana dabalataniifiWaraanni samiifi dachii kanuma RabbiitiRabbiin beekaa ogeessa ta’eera
🎧 Caqasi

📜 Aayah 2-6 — Al-Fath

2لِّيَغْفِرَ لَكَ اللَّهُ مَا تَقَدَّمَ مِن ذَنبِكَ وَمَا تَأَخَّرَ وَيُتِمَّ نِعْمَتَهُ عَلَيْكَ وَيَهْدِيَكَ صِرَاطًا مُّسْتَقِيمًا
Akka Rabbiin dilii kee irraa waan dabreefi waan dhufus siif araaramuuf, akka ni’imaa Isaa sirratti guutufi akka karaa qajeelaa si qajeelchuf jecha (injifannoo ifa ta’e siif kenne)
3وَيَنصُرَكَ اللَّهُ نَصْرًا عَزِيزًا
Rabbiin tumsa cimaa sii tumsuuf (si injifachiise)
4هُوَ الَّذِي أَنزَلَ السَّكِينَةَ فِي قُلُوبِ الْمُؤْمِنِينَ لِيَزْدَادُوا إِيمَانًا مَّعَ إِيمَانِهِمْ ۗ وَلِلَّهِ جُنُودُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمًا
Inni Isa tasgabbii onnee mu’uminootaa keessatti buuse(Kunis) akka isaan iimaana isaanii wajjiin iimaana dabalataniifiWaraanni samiifi dachii kanuma RabbiitiRabbiin beekaa ogeessa ta’eera
5لِّيُدْخِلَ الْمُؤْمِنِينَ وَالْمُؤْمِنَاتِ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا وَيُكَفِّرَ عَنْهُمْ سَيِّئَاتِهِمْ ۚ وَكَانَ ذَٰلِكَ عِندَ اللَّهِ فَوْزًا عَظِيمًا
Mu’uminoota dhiiraafi dubartootaa jannata isa jala laggeen yaa’an kan yeroo hunda ishee keessa jiraatan akka seensisuufi ammas hamtuu isaanii isaan irraa haquufiSun Rabbiin biratti milkii guddaa ta’eera
6وَيُعَذِّبَ الْمُنَافِقِينَ وَالْمُنَافِقَاتِ وَالْمُشْرِكِينَ وَالْمُشْرِكَاتِ الظَّانِّينَ بِاللَّهِ ظَنَّ السَّوْءِ ۚ عَلَيْهِمْ دَائِرَةُ السَّوْءِ ۖ وَغَضِبَ اللَّهُ عَلَيْهِمْ وَلَعَنَهُمْ وَأَعَدَّ لَهُمْ جَهَنَّمَ ۖ وَسَاءَتْ مَصِيرًا
Munaafiqoota dhiiraafi dubartootaa, mushrikoota dhiiraafi dhalaas, isaan Rabbi irratti hamtuu yaadan, isaan irratti marsaan hamtuun taatuudhaDallansuun Rabbii isaan irratti haa jiraatuRabbiin rahmata irraa isaan haa fageessuJahannamiinis isaaniif qopheesseera(Isheen) deebii akkaan fokkattuu dha
Al-FathTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MedinanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Fath 4

Suuratu Al-Fath Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Isa tasgabbii onnee mu’uminootaa keessatti buuse(Kunis) akka isaan iimaana…

Suuratu Aayah 4/29 — Al-Fath الفتح (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Fath Caqasi, Al-Fath Hiikkaa, Al-Fath mp3, Al-Fath pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers