Al-Maidah · 96/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Maidah
أُحِلَّ لَكُمْ صَيْدُ الْبَحْرِ وَطَعَامُهُ مَتَاعًا لَّكُمْ وَلِلسَّيَّارَةِ ۖ وَحُرِّمَ عَلَيْكُمْ صَيْدُ الْبَرِّ مَا دُمْتُمْ حُرُمًا ۗ وَاتَّقُوا اللَّهَ الَّذِي إِلَيْهِ تُحْشَرُونَ ۝٩٦
Uhilla lakum saidul bahri wa ta`aamuhoo mataa`al lakum wa lissaiyaarati wa hurrima `alaikum saidul barri maa dumtum hurumaa; wattaqul laahal lazeee ilaihi tuhsharoon
📖 Afaan Oromoon
Adamoon galaanaafi nyaanni isaa itti fayyadama keessaniifi daldaltootaatiif jecha isiniif eeyyamameeraWaan hidhannaa Hajjii keessa jirtanuun adamoon lafa irraa isin irratti haraama godhameRabbii isa gara Isaatti oofamtanu sodaadhaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 94-98 — Suuratu Al-Maidah

94يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَيَبْلُوَنَّكُمُ اللَّهُ بِشَيْءٍ مِّنَ الصَّيْدِ تَنَالُهُ أَيْدِيكُمْ وَرِمَاحُكُمْ لِيَعْلَمَ اللَّهُ مَن يَخَافُهُ بِالْغَيْبِ ۚ فَمَنِ اعْتَدَىٰ بَعْدَ ذَٰلِكَ فَلَهُ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Yaa warra amantan! Rabbiin nama ghaybiitti Isa sodaatu mul’isuuf jecha waan adamsoo irraa harki keessaniifi waraanni keessan argatteen isin mokkoraNamni kana booda daangaa dabre, isaaf adabbii laalessaatu jira
95يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَقْتُلُوا الصَّيْدَ وَأَنتُمْ حُرُمٌ ۚ وَمَن قَتَلَهُ مِنكُم مُّتَعَمِّدًا فَجَزَاءٌ مِّثْلُ مَا قَتَلَ مِنَ النَّعَمِ يَحْكُمُ بِهِ ذَوَا عَدْلٍ مِّنكُمْ هَدْيًا بَالِغَ الْكَعْبَةِ أَوْ كَفَّارَةٌ طَعَامُ مَسَاكِينَ أَوْ عَدْلُ ذَٰلِكَ صِيَامًا لِّيَذُوقَ وَبَالَ أَمْرِهِ ۗ عَفَا اللَّهُ عَمَّا سَلَفَ ۚ وَمَنْ عَادَ فَيَنتَقِمُ اللَّهُ مِنْهُ ۗ وَاللَّهُ عَزِيزٌ ذُو انتِقَامٍ
Yaa warra amantan! odoo hajjii irra jirtanuu bineensa bosonaa hin ajjeesinaaNamni isin irraa odoo beekuu ajjeese, adabbiin isaa waan isin irraa namni haqaa lama murteesse beeylada irraa fakkii waan ajjeesee haala wareega taateen kan ka’abaa geeffamtu yookiin hiyyeeyyii nyaachisuu yookiin fakkiidhuma kanaa soomuudha(Kunis) akka adabbii hojii isaa dhandhamuufiWaan (dhorgamuun dura) dabre Rabbiin irra isiniif dabreeraNama (gara badichaa) deebi’es Rabbiin haaloo irraa ba’ataRabbiin injifataa, abbaa haaloo ba’annaati
96أُحِلَّ لَكُمْ صَيْدُ الْبَحْرِ وَطَعَامُهُ مَتَاعًا لَّكُمْ وَلِلسَّيَّارَةِ ۖ وَحُرِّمَ عَلَيْكُمْ صَيْدُ الْبَرِّ مَا دُمْتُمْ حُرُمًا ۗ وَاتَّقُوا اللَّهَ الَّذِي إِلَيْهِ تُحْشَرُونَ
Adamoon galaanaafi nyaanni isaa itti fayyadama keessaniifi daldaltootaatiif jecha isiniif eeyyamameeraWaan hidhannaa Hajjii keessa jirtanuun adamoon lafa irraa isin irratti haraama godhameRabbii isa gara Isaatti oofamtanu sodaadhaa
97۞ جَعَلَ اللَّهُ الْكَعْبَةَ الْبَيْتَ الْحَرَامَ قِيَامًا لِّلنَّاسِ وَالشَّهْرَ الْحَرَامَ وَالْهَدْيَ وَالْقَلَائِدَ ۚ ذَٰلِكَ لِتَعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ وَأَنَّ اللَّهَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمٌ
Rabbiin Ka’abaa mana kabajamaa, ji’a kabajamaa, horii wareegaas, horii wareegaaf mallattoon morma irratti godhames namootaaf gadi dhaabbii (jireenya) taasiseeraKun akka Rabbiin wantoota samii keessa jiraniifi wantoota dachii keessa jiran hunda kan beekuufi ammas Rabbiin waan hunda beekaa ta’uu beektaniifi
98اعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ شَدِيدُ الْعِقَابِ وَأَنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Beekaa! Dhugumatti Rabbiin (abbaa) adabbii cimaatiDhugumatti Rabbiinis araaramaa, rahmata godhaadha
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
96Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 96

Suuratu Al-Maidah Aayah 96 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Adamoon galaanaafi nyaanni isaa itti fayyadama keessaniifi daldaltootaatiif jecha isiniif…

Suuratu Aayah 96/120 — Suuratu Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Maidah Caqasi, Suuratu Al-Maidah Hiikkaa, Suuratu Al-Maidah mp3, Suuratu Al-Maidah pdf. Aayah 94–98. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers