Qaf · 33/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Qaf
مَّنْ خَشِيَ الرَّحْمَٰنَ بِالْغَيْبِ وَجَاءَ بِقَلْبٍ مُّنِيبٍ ۝٣٣
Man khashiyar Rahmaana bilghaibi wa jaaa`a biqalbim muneeb
📖 Afaan Oromoon
“Nama fagotti Rabbi sodaatee, onnee gara Rabbii deebituun dhufeefi

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Qaf

31وَأُزْلِفَتِ الْجَنَّةُ لِلْمُتَّقِينَ غَيْرَ بَعِيدٍ
Jannannis namoota Rabbi sodaataniif haala hin fagaatiniin dhiheeffamte
32هَٰذَا مَا تُوعَدُونَ لِكُلِّ أَوَّابٍ حَفِيظٍ
Cufa nama akkaan gara Rabbii deebi’aa tikfataa ta’eetiin “kun waan waadaa galamtaniidha” (jedhama)
33مَّنْ خَشِيَ الرَّحْمَٰنَ بِالْغَيْبِ وَجَاءَ بِقَلْبٍ مُّنِيبٍ
“Nama fagotti Rabbi sodaatee, onnee gara Rabbii deebituun dhufeefi
34ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ ۖ ذَٰلِكَ يَوْمُ الْخُلُودِ
Nagayaan ishee seenaa; sun guyyaa hafiinsaati” (jedhama)
35لَهُم مَّا يَشَاءُونَ فِيهَا وَلَدَيْنَا مَزِيدٌ
Isaaniif waan fedhantu ishee keessa jiraNu bira daballis jira
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Qaf 33

Suuratu Qaf Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Nama fagotti Rabbi sodaatee, onnee gara Rabbii deebituun dhufeefi

Suuratu Aayah 33/45 — Suuratu Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Qaf Caqasi, Suuratu Qaf Hiikkaa, Suuratu Qaf mp3, Suuratu Qaf pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers