Qaf · 34/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Qaf
ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ ۖ ذَٰلِكَ يَوْمُ الْخُلُودِ ۝٣٤
Udkhuloohaa bisalaamin zaalika yawmul khulood
📖 Afaan Oromoon
Nagayaan ishee seenaa; sun guyyaa hafiinsaati” (jedhama)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 32-36 — Suuratu Qaf

32هَٰذَا مَا تُوعَدُونَ لِكُلِّ أَوَّابٍ حَفِيظٍ
Cufa nama akkaan gara Rabbii deebi’aa tikfataa ta’eetiin “kun waan waadaa galamtaniidha” (jedhama)
33مَّنْ خَشِيَ الرَّحْمَٰنَ بِالْغَيْبِ وَجَاءَ بِقَلْبٍ مُّنِيبٍ
“Nama fagotti Rabbi sodaatee, onnee gara Rabbii deebituun dhufeefi
34ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ ۖ ذَٰلِكَ يَوْمُ الْخُلُودِ
Nagayaan ishee seenaa; sun guyyaa hafiinsaati” (jedhama)
35لَهُم مَّا يَشَاءُونَ فِيهَا وَلَدَيْنَا مَزِيدٌ
Isaaniif waan fedhantu ishee keessa jiraNu bira daballis jira
36وَكَمْ أَهْلَكْنَا قَبْلَهُم مِّن قَرْنٍ هُمْ أَشَدُّ مِنْهُم بَطْشًا فَنَقَّبُوا فِي الْبِلَادِ هَلْ مِن مَّحِيصٍ
Isaan dura dhaloota humnaan isaan irra ciccimoo turan baay’ee balleessinee jirraBiyya keessa “iddoo baqaa argannaa?” jechaa fiigaa turan
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Qaf 34

Suuratu Qaf Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nagayaan ishee seenaa; sun guyyaa hafiinsaati” (jedhama)

Suuratu Aayah 34/45 — Suuratu Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Qaf Caqasi, Suuratu Qaf Hiikkaa, Suuratu Qaf mp3, Suuratu Qaf pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers