Al-Qamar · 40/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ ۝٤٠
Wa laqad yassarnal Quraana liz zikri fahal mim muddakir
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 38-42 — Suuratu Al-Qamar

38وَلَقَدْ صَبَّحَهُم بُكْرَةً عَذَابٌ مُّسْتَقِرٌّ
Dhugumatti, adabbiin cimaan bariidhaan isaanitti ganamfate
39فَذُوقُوا عَذَابِي وَنُذُرِ
Adaba kiyyaafi dinniina (kiyyas) dhandhamaa” (isaaniin jenne)
40وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa
41وَلَقَدْ جَاءَ آلَ فِرْعَوْنَ النُّذُرُ
Dhugumatti, maatii Fir’awnitti akeekkachiifni dhufeera
42كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا كُلِّهَا فَأَخَذْنَاهُمْ أَخْذَ عَزِيزٍ مُّقْتَدِرٍ
Mallattoolee keenya hunda sobsiisaniiti, qabaa Isa injifataa, danda’aa ta’ee isaan qabne
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
40Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 40

Suuratu Al-Qamar Aayah 40 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa

Suuratu Aayah 40/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 38–42. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers