Al-Qamar · 39/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
فَذُوقُوا عَذَابِي وَنُذُرِ ۝٣٩
Fazooqoo `azaabee wa nuzur
📖 Afaan Oromoon
Adaba kiyyaafi dinniina (kiyyas) dhandhamaa” (isaaniin jenne)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 37-41 — Suuratu Al-Qamar

37وَلَقَدْ رَاوَدُوهُ عَن ضَيْفِهِ فَطَمَسْنَا أَعْيُنَهُمْ فَذُوقُوا عَذَابِي وَنُذُرِ
Dhugumatti, keessummaa isaa irraa (badii itti hojjachuuf) isa gaafatanKanaaf ija isaanii jaamsinee “adaba kiyyaafi dinniina (kiyyas) dhandhamaa” (jenneen)
38وَلَقَدْ صَبَّحَهُم بُكْرَةً عَذَابٌ مُّسْتَقِرٌّ
Dhugumatti, adabbiin cimaan bariidhaan isaanitti ganamfate
39فَذُوقُوا عَذَابِي وَنُذُرِ
Adaba kiyyaafi dinniina (kiyyas) dhandhamaa” (isaaniin jenne)
40وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa
41وَلَقَدْ جَاءَ آلَ فِرْعَوْنَ النُّذُرُ
Dhugumatti, maatii Fir’awnitti akeekkachiifni dhufeera
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 39

Suuratu Al-Qamar Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Adaba kiyyaafi dinniina (kiyyas) dhandhamaa” (isaaniin jenne)

Suuratu Aayah 39/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers