Al-Qamar · 41/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَلَقَدْ جَاءَ آلَ فِرْعَوْنَ النُّذُرُ ۝٤١
Wa laqad jaaa`a Aala Fir`awnan nuzur
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, maatii Fir’awnitti akeekkachiifni dhufeera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 39-43 — Suuratu Al-Qamar

39فَذُوقُوا عَذَابِي وَنُذُرِ
Adaba kiyyaafi dinniina (kiyyas) dhandhamaa” (isaaniin jenne)
40وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aana hubachuuf laaffifneerraEgaa namni gorfamu jiraa
41وَلَقَدْ جَاءَ آلَ فِرْعَوْنَ النُّذُرُ
Dhugumatti, maatii Fir’awnitti akeekkachiifni dhufeera
42كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا كُلِّهَا فَأَخَذْنَاهُمْ أَخْذَ عَزِيزٍ مُّقْتَدِرٍ
Mallattoolee keenya hunda sobsiisaniiti, qabaa Isa injifataa, danda’aa ta’ee isaan qabne
43أَكُفَّارُكُمْ خَيْرٌ مِّنْ أُولَٰئِكُمْ أَمْ لَكُم بَرَاءَةٌ فِي الزُّبُرِ
(Yaa Qureeyshotaa!) Sila kaafiroota keessantu isaan kanneen irra caala moo kitaabota keessa (adabbii irraa) baraaramuutu isiniif jira
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 41

Suuratu Al-Qamar Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, maatii Fir’awnitti akeekkachiifni dhufeera

Suuratu Aayah 41/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers