Ar-Rahman · 71/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ۝٧١
Fabi ayyi aalaaa`i Rabbikumaa tukazzibaan
📖 Afaan Oromoon
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 69-73 — Ar-Rahman

69فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
70فِيهِنَّ خَيْرَاتٌ حِسَانٌ
Isaan keessa gaggaarii, babbareedoo ta’antu jira
71فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
72حُورٌ مَّقْصُورَاتٌ فِي الْخِيَامِ
Dubartoota manneen keessatti (dhirsa irratti) gabaabfamantu jiru
73فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
71Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 71

Suuratu Ar-Rahman Aayah 71 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu

Suuratu Aayah 71/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 69–73. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers