Al-Waqi'ah · 80/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ ۝٨٠
Tanzeelum mir Rabbil`aalameen
📖 Afaan Oromoon
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 78-82 — Suuratu Al-Waqi'ah

78فِي كِتَابٍ مَّكْنُونٍ
Kitaaba akkaan eegamaa (Lawhal Mahfuuz) keessa jira
79لَّا يَمَسُّهُ إِلَّا الْمُطَهَّرُونَ
Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu
80تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha
81أَفَبِهَٰذَا الْحَدِيثِ أَنتُم مُّدْهِنُونَ
Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan
82وَتَجْعَلُونَ رِزْقَكُمْ أَنَّكُمْ تُكَذِّبُونَ
(Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
80Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 80

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 80 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha

Suuratu Aayah 80/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 78–82. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers