Al-Waqi'ah · 79/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
لَّا يَمَسُّهُ إِلَّا الْمُطَهَّرُونَ ۝٧٩
Laa yamassuhooo illal mutahharoon
📖 Afaan Oromoon
Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 77-81 — Suuratu Al-Waqi'ah

77إِنَّهُ لَقُرْآنٌ كَرِيمٌ
Dhugumatti, inni Qur’aana kabajamaadha
78فِي كِتَابٍ مَّكْنُونٍ
Kitaaba akkaan eegamaa (Lawhal Mahfuuz) keessa jira
79لَّا يَمَسُّهُ إِلَّا الْمُطَهَّرُونَ
Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu
80تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha
81أَفَبِهَٰذَا الْحَدِيثِ أَنتُم مُّدْهِنُونَ
Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
79Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 79

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 79 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu

Suuratu Aayah 79/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 77–81. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers