Al-Waqi'ah · 81/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
أَفَبِهَٰذَا الْحَدِيثِ أَنتُم مُّدْهِنُونَ ۝٨١
Afabihaazal hadeesi antum mudhinoon
📖 Afaan Oromoon
Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 79-83 — Suuratu Al-Waqi'ah

79لَّا يَمَسُّهُ إِلَّا الْمُطَهَّرُونَ
Warra qulqulluu malee (eenyulleen) isa hin tuqu
80تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha
81أَفَبِهَٰذَا الْحَدِيثِ أَنتُم مُّدْهِنُونَ
Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan
82وَتَجْعَلُونَ رِزْقَكُمْ أَنَّكُمْ تُكَذِّبُونَ
(Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii
83فَلَوْلَا إِذَا بَلَغَتِ الْحُلْقُومَ
Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
81Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 81

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 81 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan

Suuratu Aayah 81/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 79–83. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers