Al-An'am · 108/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَلَا تَسُبُّوا الَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ فَيَسُبُّوا اللَّهَ عَدْوًا بِغَيْرِ عِلْمٍ ۗ كَذَٰلِكَ زَيَّنَّا لِكُلِّ أُمَّةٍ عَمَلَهُمْ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّهِم مَّرْجِعُهُمْ فَيُنَبِّئُهُم بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ ۝١٠٨
Wa laa tasubbul lazeena yad`oona min doonil laahi fa yasubbul laaha `adwam bighairi `ilm; kazaalika zaiyannaa likulli ummatin `amalahum summa ilaa Rabbihim marji`uhum fa yunabbi`uhum bimaa kaanooya`maloon
📖 Afaan Oromoon
Beekumsa maleetti jibbaadhaan Rabbiin arrabsuu warra isaan Rabbii gaditti gabbaran hin arrabsinaaAkka kanatti ummata hundaaf dalagaa isaanii miidhagsineErgasii deebiin isaanii gara Gooftaa isaaniiti; waan isaan dalagaa turanis isaanitti hima
🎧 Caqasi

📜 Aayah 106-110 — Al-An'am

106اتَّبِعْ مَا أُوحِيَ إِلَيْكَ مِن رَّبِّكَ ۖ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ وَأَعْرِضْ عَنِ الْمُشْرِكِينَ
Waan Gooftaa kee irraa sitti beeksifame hordofiIsa malee dhugaan gabbaramaan hin jiru; mushrikoota irraas garagali
107وَلَوْ شَاءَ اللَّهُ مَا أَشْرَكُوا ۗ وَمَا جَعَلْنَاكَ عَلَيْهِمْ حَفِيظًا ۖ وَمَا أَنتَ عَلَيْهِم بِوَكِيلٍ
Odoo Rabbiin fedhee, silaa (isatti) hin qindeessanu tureIsaan irrattis tiksaa si hin gooneAti isaan irrattis moosifamaa miti
108وَلَا تَسُبُّوا الَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ فَيَسُبُّوا اللَّهَ عَدْوًا بِغَيْرِ عِلْمٍ ۗ كَذَٰلِكَ زَيَّنَّا لِكُلِّ أُمَّةٍ عَمَلَهُمْ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّهِم مَّرْجِعُهُمْ فَيُنَبِّئُهُم بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Beekumsa maleetti jibbaadhaan Rabbiin arrabsuu warra isaan Rabbii gaditti gabbaran hin arrabsinaaAkka kanatti ummata hundaaf dalagaa isaanii miidhagsineErgasii deebiin isaanii gara Gooftaa isaaniiti; waan isaan dalagaa turanis isaanitti hima
109وَأَقْسَمُوا بِاللَّهِ جَهْدَ أَيْمَانِهِمْ لَئِن جَاءَتْهُمْ آيَةٌ لَّيُؤْمِنُنَّ بِهَا ۚ قُلْ إِنَّمَا الْآيَاتُ عِندَ اللَّهِ ۖ وَمَا يُشْعِرُكُمْ أَنَّهَا إِذَا جَاءَتْ لَا يُؤْمِنُونَ
Odoo mallattoon wahii isaanitti dhufee, silaa isatti amanna" jedhanii kakuu isaanii cimaa Rabbitti kakatani"Mallattoowwan Rabbuma biraayi" jedhiYeroo isheen (raajiwwan) dhufte isaan hin amananuu maaltu isin beeksise? (Rabbitu beeka malee isin hin beektanu)
110وَنُقَلِّبُ أَفْئِدَتَهُمْ وَأَبْصَارَهُمْ كَمَا لَمْ يُؤْمِنُوا بِهِ أَوَّلَ مَرَّةٍ وَنَذَرُهُمْ فِي طُغْيَانِهِمْ يَعْمَهُونَ
Akkuma isaan yeroo jalqabaa isatti hin amanin onnee isaaniitiifi agartuu isaanii gara gaggalchinaKan dhamaan taanii jallina isaanii keessatti isaan dhiifna
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
108Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 108

Suuratu Al-An'am Aayah 108 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Beekumsa maleetti jibbaadhaan Rabbiin arrabsuu warra isaan Rabbii gaditti gabbaran…

Suuratu Aayah 108/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 106–110. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers